Qindaa'ina

Tartiiba walfaannee deetaa taattoo keessatti dursee qindeeffame fooyyessuuf eeyyama.

Qabannoon deetaa gabatee deetaa keessatti osoo hin jijjiiramin hafa. Ajaja taattoo LibreOffice Calc keessattii erga suuqxeen booda filachuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Arrangement (Charts)

Open context menu - choose Arrangement (Charts)


Sajoo Ofegannoo

Faankishiniin kun kan jiraatu yoo deetaan torree irratti mul'ate qofa. Deetaa tarreen jiru jijjiiruun hin danda'amu.


Fuulduraatti Fiduu

Walfakkannee deetaa filamee fulduratti fidi (gara mirgaatti).

Duubatti Ergi

Walfaannee deetaa filamee duubatti ergi(gara bitaatti).

Please support us!