qubachiisuu
Qubachiisa siiqqeewwanii to'ata.
sarara siiqqee
Bakka itti siiqqee biroo qaxxaamuru filadhu: jalqabarratti, dhumarratti, gatii ifteessamerratti, ykn akaakuurratti.
Position Axis
On tick marks
Specifies that the axis is positioned on the first/last tickmarks. This makes the data points visual representation begin/end at the value axis.
Between tick marks
Specifies that the axis is positioned between the tickmarks. This makes the data points visual representation begin/end at a distance from the value axis.
Asxaawwan
Asxaawwan qubachiisi
Iddootti asxaawwan qubachiiftu filadhu: siiqqee bira, siiqqee bira (moggaa biraan), jalqaba alatti, ykn dhuma alatti.
Mallattoowwan giddu'u
Buraalaa:
Yoo mallattoon gara keessa yookan gara alaa siillooti argamuu ibsa. Lachanuu walitti makuun ni danda'ama: Isaan booda mallattoo gara lamaanuttu argita.
Keessoo
Mallattoon gara keessa siillootti argamuu ibsa.
Ala
Mallattoon gara moggaa ala siillootti argamuu ibsa.
Muraalaa:
Bal'inni kun bakka duwwaa mallattoo siilloo gidduu jiru qindeessuuf gargaara. Dirreewwan lachuu kakaaasuun ni danda'ama. Kun kaasa sararaa gara alaatii gara keessatti mallatteefamuu mul'isa.
Keessoo
Mallattoo gadaantoo orofaa siilloo moggaa gara keessaatti olka'amu ibsa.
Ala
Mallattoo gadaantoo orofaa siilloo moggaa gara alaatiin olka'amu ibsa.
Mallattoowwan qubachiisi
Mallattoowwan bakka qubachiisuu barbaaddu filadhu: asxaawwan irratti, siiqqeewwan irratti, ykn siiqqeewwanii fi asxaawwan irratti.