LibreOffice 24.8 Help
Amala walfaanee deetaa filamee jijjiiruuf kana fayyadami. Qaaqni kun kan mul'atu walfaanneen deetaa yoo filame Dhangii - Filannoo Dhangii yommu filatamu. Baafanni tokko tokko galfata taatoo 2D yookan 3D dhaan qofa argama.
Jijjiiramni uumame kamiyyuu qaphxii deetaa tokkoo qofa miidha. Fakkeenyaaf, yoo halluu jijjiirte maalimni hundi kan deetaa walfaannee keessaa halluu jijjiira.