LibreOffice 25.2 Help
Wanta filatame dhangeessi. Wanta filatame irratti hundaa'uun, ajajni qaaqa banama kan malees ajaja kana baafata fayyadamuun Dhangii banuu dandeessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Format - Format Selection (Charts)
Qaaqa daaggoo taattoo banuun Iddoo itti amala daaggoo taattoo foyyeesitu. Daaggoon taattoo "vertical" bal'ina taattoo deetaa bukkeetti madda keessooti.
Qaaqa bal'ina taattoo banuunBakka ati amala bal'ina taattoo itti fooyyesitu. Bal'inni taattoo madda keessootti cinaa maalima taattoo hundaaati.
Qaaqa taattoo dilgatoo banuunIddoo amala taattoo dilgatoo itti fooyyesitu. Taattoo dilgatoo bali'na xiqqaa 3D dhaan. Faankishiniin kun taattoo 3D tiif jiraata.
Amala mataduree filamanii foyyessa.
Amala daangaa,bal'ina fi arfii waayoof qindeessa.
Opens a dialog, where you can edit the properties of the selected axis.
Siilloo Y qaaqaa banaamala siilloo Y jijjiiruuf.
Tarsaa qaaqaa banuun amala tarsaa qindeessa.
Qaaqaan kun qaphxii deetaa filamee akka jijjiiramu eeyyama. Qaaqaan kun kan mul'atu gosni deetaa tokkoo qofti yoo filatamee yommuu ati Dhangii - Filannoo Dhangii filattu. Baafanni tokko tokko galfataa taatoo 2D yookan 3D dhaan qofa argama.
Amala walfaanee deetaa filamee jijjiiruuf kana fayyadami. Qaaqni kun kan mul'atu walfaanneen deetaa yoo filame Dhangii - Filannoo Dhangii yommu filatamu. Baafanni tokko tokko galfata taatoo 2D yookan 3D dhaan qofa argama.
Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.
Please support us!