LibreOffice 24.2 Help
Qaaqa Moggaasa Deetaa kana bani, moggaasa deetaa qindeessufi si dandeessiisa.
Yoo maalimaan walfaannee deetaa filame, ajajni kun walfaannee deetaa qofa irratti hojjeta. Yoo maalimni hin filatamiin, ajajni kun walfaannee deetaa hunda irratti hojjeta.
Tuqaalee deetaa gatii of daanda'aan agarsiisu.
Dhangii lakkoofsa fiilu fi qaaqa bani.
Tuqaalee deetaa tarjaa keessa dhibbeentaan agarsiisu.
Dhangii lakkoofsaa fiilu fi qaaqa bani.
Asxaa barruu tuqaalee deetaa mul'su.
Sajoo waayoo asxaa tuqaalee deetaa itti aane'ee jiru agarsiisi.
Diraa Barruu hedduu wanta wal fakkataa foo'aa gar gar baasu fili.
Iddoo asxaa deetaa wanta irra fili.
Keewwata teessuma barruu xaxaa fayyadamuuf qixa barruu ifteessi (CTL). Amalli kun kan jiraatu yoo deeggarsi teessuma barruu xaxaa kakaafame.
Click in the dial to set the text orientation for the data labels.
Enter the counterclockwise rotation angle for the data labels.