LibreOffice 7.5 Help
Ajajaawwan akka salphaatti fayyadamtu keessa seenuuf, kabala Meeshaalee fayyadami.
xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Saagi kamshaa, saxxaatofi addayaa arfii man'ee ammeeti ida'uudha.
xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Man'ee Saagi kamshaa, Man'ee saaguuf, tarree, fi tarjaa man'ee ammeeti.
Ajajja kana fayyadamuun ofdhangi iddoo wardii filatamee fayyadama ykn Ofdhangiwwan mata keetii ibsuuf.
Ofumaan hammangaa man'ee filatamanii gingilcha,itti aansuun sanduqawwan tarree tar-tokkee iddoo wantoota agasiisuu barbaaddee itti filachu dandeessuu uuma.
Converts the currency amounts found in LibreOffice Calc documents and in fields and tables of LibreOffice Writer documents into euros.