LibreOffice 25.2 Help
The Text Formatting Bar that is displayed when the cursor is in a text object, such as a text box or a drawing object, contains formatting and alignment commands.
Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.
Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate
Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.
Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Yoo qareen jecha keessa hin taane fi barruun hin filatamne, haalatni bocquu barruu katabde irratti hojjeeffama.
Click to apply the current font color to the selected characters. You can also click here, and then drag a selection to change the text color. Click the arrow next to the icon to open the Font color toolbar.
Applies single line spacing to the current paragraph. This is the default setting.
Sets the line spacing to 1.5 lines.
Sets the line spacing to two lines.
Keewwata gara bitaa mudana fuulaatti hiriirsa.
Qabeentoota keewwataa fuula irraa handhuuressa.
keewwata gara mudana fuulla mirgaatti hiriirsa.
keewwata gara bitaa fi mirga mudanoota fuulatti hiriirsa.
Reduces the font size of the selected text and raises the text above the baseline.
Reduces the font size of the selected text and lowers the text below the baseline.
Bocaquu fi dhangeessuu bocquu arfilee filatamanif jijjiira.
Modifies the format of the current paragraph, such as indents and alignment.