Kabala Dhangeessuu
Kabalii Dhangeessaa ajajawwan bu'uuraa warra dhangeessaa hujeekaan fayyadamuudhaaf gargaran of keessaa qabu.
Specifies whether to show or hide the Styles window, which is where you can assign and organize styles.
Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.
Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate
Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.
Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Underlines or removes underlining from the selected text.
Click to apply the current font color to the selected characters. You can also click here, and then drag a selection to change the text color. Click the arrow next to the icon to open the Font color toolbar.
Qabeentota man'ee gara bitaatti hiriirsa.
Qabeentoota man'ee dalgata handhuressa.
Align Center HorizontallyCentered
Qabeentota man'ee gara mirgaatti hiriirsa.
Qabeentota man'ee gara bitaatti fi mirga handarawwan man'ee hiriirsa.
durtii dhangii Lakkoofsa Qarshii man'ee filatemeef kennu.durtii
dhangii Lakkoofsa: Qarshii
dhangii dhibbeentaa man'ee filatemeef kennu.
dhangii Lakkoofsa: Dhibbeentaa
durtii dhangii Lakkoofsa Qarshii man'ee filatemeef kennu.
Dhangii Lakkoofsa: Durtii
kurnyee tokko lakkoofsa man'ee filatemeet ida'i.
Dhangii Lakkoofsa: Ida'i bakka Kurnyee
kurnyee tokko lakkoofsa man'ee filatemeeti Haqi.
Dhangii Lakkoofsa: Haqi bakka kurnyee
Galuumsa bitaa keeyyata ammee ykn qabiyyee man'ee hir'isuuf sajoo Galuumsa Hir'isi jedhu cuqaasi akkasumas iddoo cancala durtii isaa qindeessi.
Click the Increase Indent icon to increase the left indent of the current paragraph or cell content and set it to the next default tab position.
Sajoo Handaarota kamshaa Handaarotaa banuuf, iddoo bal'ina handaara waraqaa ykn wantaa fooyyessuu dandeessa.
Iddoo halluu duubbee keewwataaf cuqaasuu dandeenyuttikamshaa banuuf cuqaasi. Halluun duubbee keewwata ammee ykn keewwatoota fayyadama.
Qabeentota man'ee gara qarree gubbaa man'eetti hiriirsa.
Qabeentoota man'ee olgata handhuressa.
Qabeentota man'ee gara qarree gadii man'eetti hiriirsa.
Dhangii Lakkoofsaa : Guyyaa
Dhangii deetaa man'eewwan filataman irratti fayyadama.
Dhangii Lakkoofsaa: Eksiipooneenshaalii
Dhangii Eksiipooneenshaalii, man'eewwan filataman irratti fayyadama.
Saajoowwan dabalataa
Deeggarsi CTL yoo dandeessifame, saajoon dabalataa lamatu mul'atu.
Bitaa-Gara-Mirgaa
Barruun bitaa gara mirgaatti gale.
Mirgaa-Gara-Bitaa
Barruun, afaan toorii barruu xaxaadhaan dhangeefamee, mirga irraa gara bitaatti gala.