Kamshaalee
Baafatii xiqqaan kun, kamshaalee warra wardiiwwan keessa jiran tarreessu.Ilaalchi gubbaa kuni qindaayina durtii kamshaa LibreOfficetiif ibsa.
Kabala Dhangeessuu
Kabalii Dhangeessaa ajajawwan bu'uuraa warra dhangeessaa hujeekaan fayyadamuudhaaf gargaran of keessaa qabu.
Kabala Fakkaattii
Ajajaawwan akka salphaatti fayyadamtu keessa seenuuf, kabala Meeshaalee fayyadami.
Kabala Fakkasaa
Mul'annoo Toorii keessaa, kabalii toorii meeshaalee gulaalii yeroo hedduu itti fayyadamtu of keessaa qaba. Click the arrow next to an icon to open a toolbar that contains additional commands. Kamshaa isa ajajawwan dabalataa of keessaa qabu banuu, xiyya sajootti aanee jiru cuqaasi.
Kabala Amala Wantaa Fakkasaa
Kabalii Amaloota Wantaa Fakkasaa wantawwan warra ati wardi keessaa filateef, ajajawwan dhangeessanii fi hiriirsan of keessaa qabu.
Kabala Barruu Dhangeessuu
The Text Formatting Bar that is displayed when the cursor is in a text object, such as a text box or a drawing object, contains formatting and alignment commands.
Saagi
xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Saagi kamshaa, saxxaatofi addayaa arfii man'ee ammeeti ida'uudha.
Classification Bar
The Classification bar contains tools to help secure document handling.
The Classification toolbar contains listboxes to help in selecting the security of the document, according to the BAF category policy and BAILS levels. LibreOffice will add custom fields in the document properties (File - Properties, Custom Properties tab) to store the classification policy as document metadata.
Go to menu View - Toolbars and select Classification