LibreOffice 7.6 Help
Dalagaalee fayyadamaan qindaa'an LibreOffice Calc keessatti karaalee armaan gadii raawwachuu dandeessa.
Basic-IDE fayyadamuudhaan dalagaalee mataa keetii qindeessuu dandeessa.
Dalagaalee akka add-ins saganteessuu dandeessa. Malli kun beekumsa saganteessuu olaanaa barbaada.
Choose
.You will now see the Basic IDE.
In the Object Catalog window, double-click on the module where you want to store your macro.
Enter the function code. In this example, we define a VOL(a; b; c) function that calculates the volume of a rectangular solid with side lengths a, b and c:
Function VOL(a, b, c)
VOL = a*b*c
End Function
Foddaa Basic-IDE cufi.
Your function is automatically saved in the selected module and is now available. If you apply the function in a Calc document that is to be used on another computer, you can copy the function to the Calc document as described in the next section.
Sadarkaa 2 "Dalagaa LibreOffice Basic fayyadamuun qindeessuu" keessatti, qaaqa Macro keessatti Gulaali cuqaaste. Akka durtiitti, dirree Macro irraa keessatti muraan Macros koo - Durtii - Muraa1 ni filatama. GalmeeDurtii galeeloo fayyadamaa keessa jira..
Yoo dalagaa fayyadamaan qindaa'e gara galmee Calc tti garagalchuu barbaadde:
Choose
.Dirree Macro irraa keessatti kooMicros - Durtii - Muraa1. Gulaali cuqaasi.
Basic-IDE keessatti,madda dalagaa fayyadamaan qindaa'e filadhuutii gara muraa gabateetti garagalchi.
Basic-IDE cufi.
Choose
.Dirree Macro irraa keessatti (Maqaa galmee Calc) - Durtii - Muraa1. Gulaali cuqaasi.
Qabiyyeewwan gabatee muraa Basic-IDE galmee keessatti maxxansi.
Once you have defined the function VOL(a; b; c) in the Basic-IDE, you can apply it the same way as the built-in functions of LibreOffice Calc.
Open a Calc document and enter numbers for the function parameters a, b and c in cells A1, B1, and C1.
Qaree maadhee biraa keessa kaa'iitii kan armaan gadii galchi:
=VOL(A1;B1;C1)
Dalagaan ni madaalameetu bu'aa maadhee filatame keessatti agarta.