LibreOffice 7.5 Help
Maadheelee kan barruu isaanii naannessuu barbaaddu filadhu.
Faayilii - Maxxansifili.Qaaqa Maxxansi argita.
Caancala Walqixxeessa cuqaasi.
Wiilii durargii keessatti kallattii barruun itti naannesamu filachuuf bal'ina Kallattii barruu keessatti hantuutee fayyadami. TOLE cuqaasi.