Irrarfii / Jalarfii Barruu

  1. Maadhee keessaa, arfii irrarfii ykn jalarfii keessa kaa'uu barbaadde filadhu.

    Yoo, fakkeenyaaf, H20 jalarfii 2 wajjin barreessuu barbaadde, maadhee keessaa 2 filadhu(sarara naqaa keessaa miti).

  2. Arfii filatameef baafata haallee baniitii Arfii filadhu. Qaaqa Arfii argita.

  3. Caancala Qubannoo Bocquu cuqaasi.

  4. Dirqaala Jalarfii filadhuutii TOLE cuqaasi.

Please support us!

Please support us!