LibreOffice 25.2 Help
Hojjaa tarreewwanii hantuuteen ykn karaa qaaqaan jijjiiruu dandeessa.
Kan asitti tarreewwanii fi hojjaa tarreetiif ibsame haaluma kanaan sarjaalee fi dalga sarjaatiif ni raawwata.
Bal'ina irraantotaa addaan baasaa jala tarree ammee irraa cuqaasi, qabduu hantuutee qabii turi,akkasumas hojjaa tarree jijjiiruuf ol ykn gad harkisi.
Addaan baasaa jala tarree jiru lamcuqaasuudhaan hojjaa tarree giddugaleessa filadhu.
Akka xiyyeeffannoo argattuuf tarree cuqaasi.
Baafata haallee irraantoo gara harka bitaa jiru irraa kaachisi.
Ajajoota Hojjaa fi Hojjaa tarree giddugaleessa argita. Isaan keessaa tokko filachuun qaaqa bana.