Tarreewwan ykn sarjaawwan fuula hunda irratti maxxansuu

Yoo wardii baay'ee guddaa kan fuulota baay'ee irratti maxxansamu qabaatte,fuula maxxansamu hunda irratti irra deebi'uuf tarreewwan ykn sarjaawwan qindeessuu dandeessa.

As an example, If you want to print the top two rows of the sheet as well as the first column (A) on all pages, do the following:

  1. Dhangii - Hammangaa maxxansaa - Gulaalifili.QaaqniHammangaa maxxansaa gulaalaa ni mul'ata.

  2. Sajoo qarqara mirga bal'ina Tarreewwan irra deebi'amant cuqaasi.

    Akka wardii bal'inaan agartuuf qaaqni ni suntuura.

  3. Tarreewwan jalqabaa lamaan filadhuutii,fakkeenyaaf,man'ee A1 cuqaasiitii gara A2 harkisi.

    Qaaqa xiqqaate keessatti $1:$2 argita. Tarree 1 fi 2 amma tarreewwan irra deebi'amani dha.

  4. Sajoo qarqara mirga bal'ina Tarreewwan irra deebi'amant cuqaasi. Qaaqni ammas bakka deebi'a.

  5. Yoo sarjaa A akka sarjaa irra deebiitti barbaaddes, sajoo qarqara mirgaa bal'ina Sarjaalee irra deebi'aman keessa jiru cuqaasi.

  6. Sarjaa A cuqaasi(irraantoo sarjaa keessa miti).

  7. Sajoo qarqara mirga bal'ina Tarreewwan irra deebi'amant cuqaasi.

note

Rows to repeat are rows from the sheet. You can define headers and footers to be printed on each print page independently of this in Format - Page Style.


Please support us!