LibreOffice 25.2 Help
Yeroo wardii maxxansitu waa'ee maxxansamuu filachuu dandeessa:
Irraantowwan tarree fi sarjaa
Tarsaa wardii
Yaadota
Objects and images
Taattoowwan
Waantota fakkisaa
Foormulaawwan
Waa'ee filachuuf akka armaan gadiitti itti fufi:
Wardii maxxansuu barbaaddu filadhu.
Choose Format - Page Style.
Ajajni yoo wardiin dhorki barreessuu banaa ta'uun yoo banamee ture hin mul'atu.Haala kanaan,sajoo Faayilii gulaali kabala Durtiiirraa cuqaasi.
Caancala Wardii filadhu.Bal'ina Maxxansi keessatti waa'ee maxxansitu mallatttoo itti gochiitii TOLE cuqaasi.
Galmee maxxansi