LibreOffice 25.2 Help
Saagi - Yaada filachuudhaan yaadota tokkoon tokkoo man'eef ramaduu dandeessa. Yaadota man'ee keessatti skuweerii diimaa xiqqaan, agarsiisaa yaadaa, agarsiifama.
The comment is visible whenever the mouse pointer is over the cell.
Yeroo man'ee filattu, Yaada Agarsiisi baafata haallee man'ee irraa filachuu dandeessa. Kana gochuun amma ajaja Yaada Agarsiisi baafata haallee sanumarraa kakaala taasiftutti Yaada mul'isa.
Yaada dhaabbataan mul'atu gulaaluuf, keessa isaa cuqaasi. Yoo barruu guutuu yaadannichaa balleessite, yaadannichi mataansaa ni bada.
Tokkoon tokkoo yaada akka feetetti deemsisi ykn guddisi
Tokkoon tokkoo yaada halluu duubee, iftoomina, haalata handaaraa, fi walqixxaata barruu ifteessuudhaan dhangeessi. Ajajoota baafata haallee yaada irraa filadhu.
To show or hide the comment indicator, choose LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Calc - View and mark or unmark the Comment indicator check box.
Qajeelcha gargaarsaa maadhee filatamee mul'isuuf, Deetaa - Sirrummaa - Gargaarsa Naqaa.