Maadheelee harkisaa-fi-kaayuun Deemsisuu

When you drag-and-drop a selection of cells, rows or columns on a Calc sheet, the cells (including the ones in selected rows or columns) normally overwrite the existing cells in the area where you drop. This is the normal overwrite mode.

Note that to drag-and-drop entire rows or columns, you must select the rows or columns you want to move (or copy) first, then start dragging from selected cells, not from the row or column headers (cells would be deselected by this).

Yeroo furtuu gad qabdu hantuutee gad dhiisuudhaan, haalata saaguu galchita.

  1. Haalata saaguu keessatti, man'eeleen jiran bakka itti buuftu gara mirgaatti ykn gadiitti dhiibamu, akkasumas man'eeleen buufaman qubannoo amma duwwaa keessatti osoo hin irrabin saagamu.

  2. Sanduuqni naannoo man'eelee deemsifamanii haalata saaguu keessatti adda fakkaata.

    Haalata irrabuu keessatti handaarota naannoo bal'ina filatamee afran mara argita. Haalata saaguu keessatti handaara bitaa qofa yeroo man'eeleen galtee gara mirgaatti dhiibaman argita. Yeroo man'eeleen galtee gad dhiibaman handaara gubbaa qofa argita.

    Akka bal'inni galtee gara mirgaatti ykn gara jalaatti maqu fageenya maadheelee maddaa fi galtee jidduu jiru irratti hundaa'a, yoo wardii tokko keessa deemsifte. Lakkoofsa maadheelee dalgaa ykn olee bal'ina deemsaa keessaa irratti hundaa'a, yoo gara wardii biraatti deemsifte.

  3. Yoo maadheelee haalata saaguu keessaa gara tarree tokko keessaatti deemsifte(dalga qofa), achiin saaga maadheelee booda, maadheeleen hundi bal'ina maddaa guutuuf gara bitaatti maqu.

In both modes, you can hold down the key, or +Shift keys while you release the mouse button to insert a copy or a link, respectively.

Furtuuwwan yeroo qabduun hantuutee gad dhiisamu tuqaman

Bu'aa

Furtuu Homaa

Maadheeleen deemaniitu maadheelee bal'ina galtee keessaa irrabu. Maadheeleen maddaa duwwaa ta'u.

Furtuuwwan +Shift

Maadheeleen garagalchamaniitu maadheelee bal'ina galtee keessaa irrabu. Maadheeleen maddaa akkuma duraatti hafu.

Furtuuwwan +Shift

Geessituuwwan gara maadheelee maddaa saagamaniitu maadheelee bal'ina galtee keessaa irrabu. Maadheeleen maddaa akkuma duraatti hafu.

Furtuu

Man'eeleen deemaniitu man'eelee bal'ina galtee keessaa gara mirgaatti ykn gadiitti dhiibu. Man'eeleen maddaa, yoo tarreewwan tokko keessa wardii tokko irratti deemsiste malee duwwaa ta'u.

Yoo tarree tokko keessatti wardii tokko irratti deemsisuu barbaadde, maadheeleen bal'ina galtee keessaa gara mirgaatti maqu, achiin tarreen guutuun bal'ina maddaa guutuuf maqu.

Furtuuwwan +Shift

Man'eeleen garagalchamamaniitu man'eelee bal'ina galtee keessaa gara mirgaatti ykn gadiitti dhiibu.Man'eeleen maddaa akkuma duraatti hafu.

Furtuuwwan +Shift

Geessituuwwan gara maadheelee maddaa saagamaniitu maadheelee bal'ina galtee keessaa gara mirgaatti ykn gadiitti dhiibu. Maadheeleen maddaa akkuma duraatti hafu.


Please support us!