LibreOffice 25.2 Help
Yoo tarreewwan ykn sarjaalee deetaa dheeroo kan bal'ina wardii argamu ala ta'e qabaatte, dhaabuu dandeessa, kun sarjaalee ykn tarreewwan yeroo deetaa biroo keessa marfattu akka agartu si dandeessisa.
Tarree jalaa, ykn sarjaa mirga tarree ykn sarjaa bal'ina dhaabbii keessa akka ta'u barbaaddu filadhu. Tarreewwan gubbaa hundi, ykn sarjaaleen bitaa filannoo jiran hundi ni dhaabbatu.
Dalgaa fi irraan oleedhaan dhaabuuf, maadhee kan tarree jalaa fi mirga sarjaa dhaabuu barbaadduu filadhu.
Choose
.To deactivate, choose
again.If the area defined is to be scrollable, apply the
command. Split and Freeze cannot be used at the same time.Yoo tarree wayii fuulota galmee mara irraa maxxansuu barbaadde, Dhangii - Hammangaawwan maxxansaa - Gulaali filadhu.