LibreOffice 25.2 Help
Foormulaawwan karaa hedduu galchuu dandeessa: sajoolee fayyadamuu, ykn gabatee cuqoo irraa barreessuun, ykn makaa maloota lamaamiin.
Maadhee foormulaa keessa galchuu barbaadde cuqaasi.
Click the Formula icon on the Formula Bar.
Amma mallattoo walqixaa sarara naqaa keessaa argita akkasumas naqa foormulaa jalqabuu dandeessa.
Erga gatiiwwan barbaachisan galanii booda, bu'aa man'ee kaka'aa keessatti saaguuf Enter tuqi ykn Fuudhi cuqaasi. Yoo galfata sarara naqaa kee keessaa qulqulleessuu barbaadde, Escape tuqi ykn Dhiisi cuqaasi.
Gatiiwwanii fi foormulaawwan kallattiin maadheelee keessatti galchuus dandeessa, yoo qaree naqaa arguu baatteyyuu. Foormulaawwan mallattoo walqixaatiin jalqabuu qabu.
Foormulaa jalqabuuf + ykn - gabatee lakkoofsaa irraa tuquus dandeessa. NumLock "banaa" ta'uu qaba. Fakkeenyaaf, walitti aansiitii furtuuwwan kanaa gadii tuqi:
+ 5 0 - 8 Enter
Bu'aa 42 man'ee keessatti argita. Man'een foormulaa =+50-8 qabata.
If you are editing a formula with references, the references and the associated cells will be highlighted with the same color. You can now resize the reference border using the mouse, and the reference in the formula displayed in the input line also changes. Show references in color can be deactivated under LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Calc - View.
Yoo yemmuu foormulaa uumtu dogoggorri uumame,ergaa dogoggoraa man'ee kaka'aa keessatti mul'ata.