Selecting Themes for Sheets

LibreOffice Calc tuuta durmurtaawwaa dhamsoota dhangeessuu kan wardiilee kee irratti raawwattu wajjin dhufa.

Dhamsoota gara Calc dabaluun hin danda'amu, kanaafuu fooyya'uu hin danda'an. Garuu, haalata isaanii erga wardiitti raawwattee booda fooyyeessuu dandeessa.

Osoo wardii dhamsaan hin dhangeessin dura, yoo xiqqaate haalata maadhee tokko maadheelee wardii irraatti raawwachuu qabda. Achiin dhangeessuu maadhee dhamsa qaaqa Filannoo Dhamsaa keessaa filachuu fi raawwachuu dandeessa.

To apply a custom cell style to a cell, you can open the Styles window and, in its lower list box, set the Custom Styles view. A list of the existing custom defined cell styles will be displayed. Double click a name from the Styles window to apply this style to the selected cells.

Dhamsa wardiitti raawwachuu:

  1. Sajoo Dhamsoota Filadhu kabala Meeshaalee keessaa filadhu.

    Icon Themes

    Choose Themes

    The Theme Selection dialog appears. This dialog lists the available themes for the whole spreadsheet and the Styles window lists the custom styles for specific cells.

  2. Qaaqa Filannoo Dhamsaa keessatti, dhamsa kan wardii irratti raawwachuu barbaadde filadhu.

  3. TOLE cuqaasi.

    Akkuma dhamsa biraa qaaqa Filannoo Dhamsaa keessaa filatteen, amalootni haalata maamiloo keessaa muraasni wardii ammee irratti raawwatu. Fooyyeen battalumatti wardii kee keessatti mul'ata.

Please support us!