DataPilot

DataPilot (yeroo tokko tokko kan akka Gabatee Qiinxaa tti beekamu) deetaa hanga guddaa makuuf,madaalchisuuf,akkasumas xiinxaluu si dandeessisa.Goolabawwan deetaa maddaa adda addaa arguu dandeessa,dirree fedhii gadfageenyaan agarsiisuu dandeessa, akkasumas gabaasota uumuu dandeessa.

Gabateen DataPilot dhaan uumamee ture gabatee haasoo dha.Deetaan sirraa'uu, lamuu sirraa'uu yookiin goolabamuu akkaataa ilaalcha addaatiin ni danda'a.

Open file with example:

Please support us!