LibreOffice 24.2 Help
Hammangaa kuusaa deetaa keessatti cuqaasi.
Hangii man'eewwanii yoo filatte, man'eewwan kanneen qofatu kuufama. Filmaata malee man'ee tokko yoo cuqaaste, hangiin kuusdeetaa waamaraa ni kuufama.
filadhu.
Hangiin man'eewwan kuufamanii halluuwwan garagaltoon mul'atu.
Dirqaalaalee foyuu barbaaddu filadhu.
TOLE cuqaasi.