LibreOffice 25.2 Help
Maadheelee dhangii lakkoofsaa kan lakkoofsota negaatiivii diimaan shooluutiin dhangeessuu dandeessa. Karaa biraa, dhangii lakkoofsa mataa keetii kan lakkoofsonni negaatiivii halluu birootiin shoolaman qindeessuu dandeessa.
Man'eelee filiitii Dhangii - Man'eelee filadhu.
Caancala Lakkoofsa irratti, dhangii lakkoofsaa filiitii sanduuqa filannoo Lakkoofsota negaatiivii diimaa mallattoo itti godhi. Tole cuqaasi.
Dhangiin lakkoofsa man'ee kutaalee lamaan qindaa'a. Dhangiin lakkoofsa poozetiivii fi zeeroo buufata xiqqaa fuulduratti qindaa'a; buufta xiqqaa booda foormulaa lakkoofsota negaatiiviitu qindaa'a. Koodii(DIIMAA) jala KEELLOO galchi. Yoo koodiin haaraa tarree keessatti erga sajoo cuqaasteen booda mul'ate, kun galfata sirrii dha.
jalaa jijjiiruu dandeessa. Fakkeenyaaf, (DIIMAA) osoo hin ta'in,