Dhangeessuu Otoolaa Raawwachuua

Using the menu command Format - Conditional - Condition, the dialog allows you to define conditions per cell, which must be met in order for the selected cells to have a particular format.

Sajoo Ofegannoo

Dhangeessuu otoolaa raawwachuuf, Ufmaa shallagni dandeessifamuu qaba. Meeshaalee - Qabiyyeewwan Maadhee - Ufmaa shallaggii filadhu(mallattoo filannoo cina ajajichaatti yeroo Ufmaa shallaguun dandeessifame argita).


Dhangeessuu otoolaatiin, fakkeenyaaf, ida'ama gatii avereejii ida'ama hundaa caalu shooluu dandeessa. Yoo ida'amni jijjiirame, dhangeessuun osoo haalata biroo harkaan raawwatin haalaan jijjiirama.

Haalota Ibsuu

  1. Maadheelee kan haalata otoolaa irratti raawwachuu barbaaddu filadhu.

  2. Choose Format - Conditional - Condition.

  3. Haala(lleen) gara sanduuqa qaaqaa galchi. Qaaqni bal'inaan LibreOffice Help keessatti ibsama, akkasumas fakkeenyi armaan gaditti kennameera.

Fakkeenya Dhangeessuu Otoolaa: Gatii Jiddugalee Gubbaatti/Jalatti Ida'ammii Shooluu

Ejjatoo1: Gatiiwwan Lakkoofsaa Uumi

Gatiiwwan muraasa gabatee kee keessatti xiyyeeffannaa murtaa'e kennuu barbaadda. Fakkeenyaaf, gabatee g urgurammeewwan keessatti, gatiiwwan avereejii olii hunda magariisaan akkasumas gatiiwwan avereejii gadii diimaan agarsiisuu dandeessa. Kun dhangeessuu otoolaatiin ni dandeessa.

  1. First of all, create a table in which a few different values occur. For your test you can create tables with any random numbers:

    Man'eelee tokkoo isaanii keessatti foormulaa =RAND() galchitii, lakkoofsa hin murtoofne 0 fi 1 jidduu argatta. Yoo intiijerii jidduu 0 fi 50 barbaadde, foormulaa =INT(RAND()*50) galchi.

  2. Tarree lakkoofsa hin murtoofnee uumuuf foormulaa garagalchi. Xiyyoo jala mirgaa maadhee filatamee cuqaasiitii gara mirgaatti hanga haammangaan maadhee barbaadame filatamuutti harkisi.

  3. Haala walfakkaatuun akka olitti ibsametti, tarreewwan lakkoofsota hin mutoofnee uumuuf xiyyoo maadhee mirgaa gad harkisi.

Ejjatoo 2: Haalota Man'ee Ibsi

The next step is to apply a cell style to all values that represent above-average turnover, and one to those that are below the average. Ensure that the Styles window is visible before proceeding.

  1. Maadhee duwwaa keessa cuqaasiitii ajaja Maadheelee Dhangeessi baafata haallee keessaa filadhu.

  2. In the Format Cells dialog on the Background tab, click the Color button and then select a background color. Click OK.

  3. In the Styles deck of the Sidebar, click the New Style from Selection icon. Enter the name of the new style. For this example, name the style "Above".

  4. Haalata lammaffaa qindeessuuf, ammas man'ee duwwaa keessa cuqaasiitii akka armaan gadiitti ibsameen itti fufi. Man'eef haalluu duubee addaa kenniitii maqaa(fakkeenya kanaaf, "Jala") ramadi.

Ejjatoo: Jiddugalee Shallagi

Fakkeenya murtaawaa keenya keessatti, avereejii gatiiwwan hin murtoofnee shallagaa jirra. Bu'aan maadhee keessaa kaawwama:

  1. Qaree man'ee duwwaa keessa, fakkeenyaaf, J14, kaa'iitii Saagi - Dalagaa filadhu.

  2. Select the AVERAGE function. Use the mouse to select all your random numbers. If you cannot see the entire range, because the Function Wizard is obscuring it, you can temporarily shrink the dialog using the Shrink icon.

  3. Masakaa Dalagaa Tole dhaan cufi.

Ejjatoo: Haalota Man'ee Fayyadami

Amma dhangeessuu otoolaa wardiitti raawwachuu dandeessa:

  1. Maadheelee hunda lakkoofsota hin murtoofne qaban filadhu.

  2. Choose the Format - Conditional - Condition command to open the corresponding dialog.

  3. Haala akka armaan gadiitti qindeessi:Yoo gatiin man'ee J14 gadi ta'e, haalata man'ee "Jala" dhaan dhangeessi, akkasumas yoo gatiin man'ee irra guddaa ykn walqixa J14 ta'e, haalata man'ee "Gubbaa" tiin dhangeessi.

Ejjatoo: Haalota Man'ee Garagalchi

Dhangeessuu otoolaa gara maadheelee birootti booda raawwachuu:

  1. Maadheelee dhangeessuu otoolaa fudhatanii turan keessaa tokko cuqaasi.

  2. Maadhee gara gabatee muraatti garagalchi.

  3. Maadheelee dhangeessuu walfakkaatu kana fudhachuuf ta'an filadhu.

  4. Choose Edit - Paste Special - Paste Special. The Paste Special dialog appears.

  5. In the Paste area, check only the Formats box. All other boxes must be unchecked. Click OK. Or you can click the Formats only button instead.

Please support us!