Dhangiiwwan Foormulaadhaan Ramaduu

Dalagaan HAALATA() foormulaa duraan man'ee keessa jirutti dabalamuu danda'a. Fakkeenyaaf, dalagaa AMMEE wajjin, gatii isaa irratti hundaa'uudhaan man'ee halleessuu dandeessa. Foormulaan =...+HAALATA(YOO(AMMEE()>3;"Diimaa";"Magariisa")) haalata man'ee "Diimaa" yoo gatiin irra guddaa 3 ta'e raawwata, ta'uu baannaan haalata man'ee "Magariisa" ni raawwata.

Yoo foormulaa man'eelee bal'ina filatame keessaa hundatti rawwachuu barbaadde, qaaqa Barbaadii & Bakkabuusi fayyadamuu dandeessa.

  1. Maadheelee feete hunda filadhu.

  2. Ajaja baafataa Gulaali - Argachuu & Bakka buusuu filadhu.

  3. For the Find term, enter: .*

    ".*" himannoo sirraawaa kan qabayyeewwan maadhee ammee agarsiisuu dha.

  4. Enter the following formula in the Replace field: =&+STYLE(IF(CURRENT()>3;"Red";"Green"))

    The "&" symbol designates the current contents of the Find field. The line must begin with an equal sign, since it is a formula. It is assumed that the cell styles "Red" and "Green" already exist.

  5. Dirreewwan Himannoowwan sirraawaa fi Filannoo ammee qofa mallattoo itti godhi.Hunda Argadhu cuqaasi.

    Maadheeleen hundi kan qabiyyeewwan isaanii filannoo keessa gale amma ni shoolamu.

  6. Bani cuqaasi.

Please support us!