Wardiilee keessatti shallaguu

Kan armaan gadii fakkeenya shallaggii LibreOffice Calc keessaa ti.

  1. Man'ee keessa cuqaasiitii lakkoofsa barreessi.

  2. Galchii Dhiibi.

    Qareen maadhee itti aanutti gad deema.

  3. Lakkoofsa biraa galchi.

  4. Press the Tab key.

    Qareen maadhee itti aanutti gara mirgaatti deema.

  5. Foormulaa keessatti, fakkeenyaaf, =A3 * A4 / 100 barreessi.

  6. Galchii Dhiibi.

    Bu'aan foormulaa man'ee keessatti mul'ata. Yoo barbaadde, foormulaa sarara naqa kabala foormulaa keessatti gulaaluu dandeessa.

    Yeroo foormulaa gulaaltu,bu'aan haaraan ufmaan shallagama.

Please support us!