LibreOffice 24.8 Help
Maadheelee ufmaan daataan ajaja ufmaan guutuudhaan yookiin ajaja walfaanneedhaan ufmaan guutuu dandeessa.
Guutni ufmaa walfaannee deetaa ufmaan sarxaa murtaa'e irratti hundaa'uudhaan uuma.
Wardii irratti, man'ee keessa cuqaasiitii, lakkoofsa barreessi.
Maadhee biraa keessa cuqaasiitii achumaan maadhee bakka lakkoofsa itti barreessite deebisii cuqaasi.
Qabannoo guuta jala xiyyoo mirgaa maadhee dalga maadheelee kan guutuu barbaaddu harkisiitii qabduu hantuutee gallakkisi.
Man'eeleen lakkoofsota oleedhaan guutamu.
Tarree guyyoota walitti aanan saffisaan uumuuf, man'ee keessatti Wixata galchiitii qabannoo guutaa harkisi.
Hold down CommandCtrl if you do not want to fill the cells with different values.
If you select two or more adjacent cells that contain different numbers, and drag, the remaining cells are filled with the arithmetic pattern that is recognized in the numbers. The AutoFill function also recognizes customized lists that are defined under .
Sarjaawwan duwwaa garee deetaa ammee hunda ufmaan guutuuf qabannoo guutaa mirgaan cuqaasuu dandeessa.Fakkeenyaaf,jalqaba Amajji A1 keessatti galchiitii baatiilee kudha lama sarjaa jalqabaa keessaa argachuuf qabannoo guutaa gadi A12 tti harkisi.Amma gatiiwwan muraasa gara B1 fi C1 galchi.Man'eelee lamaan sana filadhuutii qabannoo guutaa lamcuqaasi.Kun ufmaan garee deetaa B1:C12 guuta.
Hammanga maadhee wardii keessaa kan guutuu barbaaddu filadhu.
fili.
Ulaagaalee walfaanneedhaaf filadhu.
Yoo walfaannee sorooroo filattu,daballi kan ati galchitu gara lakkoofsa walitti aanuutti walfaannee keessatti gatii itti aanu uumuuf ida'ama.
Yoo walfaannee guddina filattu,daballi kan ati galchitu gara lakkoofsa walitti aanuutti walfaannee keessatti gatii itti aanu uumuuf baay'ata.
Yoo walfaannee guyyaa filattu,daballi kan ati galchitu yuuniitii yeroo kan ifteessitutti dabalama.