LibreOffice 24.8 Help
Halluu duubee qindeessuu yookiin saxaatoo akka duubeetti hammangaawwan man'eetiif LibreOffice Calc keessatti fayyadamuu dandeessa.
Maadheelee filadhu.
Dhangii - Man'eelee (yookiin Man'eelee dhangeessi baafata haallee irraa) filadhu.
Fuula caancala Duubee irratti,halluu duubee filadhu.
Saagi - Fakkii - Faayilii irraa fili.
Saxaatoo filiitii Bani cuqaasi.
The graphic is inserted anchored to the current cell. You can move and scale the graphic as you want. In your context menu you can use the Navigator.
command to place this in the background. To select a graphic that has been placed in the background, use the