Deactivating Automatic Changes

By default, LibreOffice automatically corrects many common typing errors and applies formatting while you type. You can immediately undo any automatic changes with +Z.

Kan armaan gadii akkaataa jijjiirraa ufmaa LibreOffice Calc keessatti kaka'a ala taasistuu fi lamuu kakaastu sitti agarsiisa:

Guutinsa barruu yookiin lakkoofsa ufmaa

Yeroo galfata man'ee keessatti galchitu,LibreOffice Calc ufmaan naqa gitu kan sarjaa sana keessaa argame yaada dhiyeessa. Fankishiniin kun OfmaaNaqaa jedhama.

To turn the AutoInput on and off, set or remove the check mark in front of Tools - AutoInput.

Geeddarama ofmaa dhangii Guyyaatti

LibreOffice Calc galfatoota muraasa ufmaan gara dhangii guyyaatti jijjiira. Fakkeenyaaf, galfatni 1.1 bara ammee keessatti akka amajjii 1 tti, akkaataa qindaa'inoota gitoo biyyaa sirna dalagaa keetti hiikamuu danda'a, achumaan akkaataa dhangii baraa maadhee irratti raawwateetti mul'ata.

Galfatni akka barruutti hiikamu mirkanneessuuf,jalqaba galfataatti hudhaa dabali.Hudhaan man'ee keessatti hin mul'atu.

Mallattoolee waraabbii mallatoolee waraabbii maamiloon bakkabuufaman

Meeshaalee - Dirqalaalee OfiinSirreessaa filadhu. Gara caancala Waraabbiilee Maamiloo deemiitii Bakkabuusi irraa mallattoo kaasi.

Qabeentaan maa'ee hogayyuu Qubee Guddaan Jalqaba

Meeshaalee - Dirqalaalee OfiinSirreessaa filadhu. Gara caancala Dirqaalaalee deemi. Qubee jalqabaa hima hundaa guddeessi irraa mallattoo kaasi.

Jecha Jecha Biraatiin Bakkabuusi

Meeshaalee - Dirqalaalee OfiinSirreessaa filadhu. Gara caancala Bakkabuusi deemi. Cimdii jechaa filadhuutii Haqi cuqaasi.

Please support us!