Barru gara Tarjaawwanitti

Opens the Text to Columns dialog, where you enter settings to expand the contents of selected cells to multiple cells.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Text to Columns.


Qabiyyeewwaan man'ee gara man'ee baay'eetti babal'isuuf

Tarree walfakkaata keessatti gatii qodduun addan qoodaman gara man'eewwan baay'eetti babal'isuu ni dandeessa.

Fakkeenyaaf,man'een A1 gatii qoodduun qoodamaan1,2,3,4,fi man'ee barruu A2 A,B,C,D of keessaa qaba.

  1. Man'ee ykn man'eewwan babal'isuu barbaaddu filadhu.

  2. Daataa-Barruu gara Tarjaawwanitti fili.

    Qaaqa barruu gara tarjaawwanittitti argita.

  3. Filaannoowwan gargareessaa filadhu.Durargiin akkaata man'een ammaa garaa man'eewwaan baay'eettii itti muxatan agarsiisa.

Baal'inaa murta'aa filadhuu, itti aansun sarartuu duraargii irra jiru cuqasuun iddoo addaan kukutinsaa man'ee qindeessuu dandeessa.

Bakka tuqaa kukutinsaa arfiilee gargaaressaa filuu ykn galchuu dandeessa. Bu'aa qabiiyyeewwaan man'ee keessaa arfiileen gargaaressaa ni haqamu.

Fakkeenyaa irratti, qoodduu akka arfiilee addaan citinsaatti filatte. Man'eewwaan A1 fi A2 nin gara tarjaawwan afuriitti babal'achuu danda'u. A1 nin 1 qaba, A2'n 2 qaba fi akka kanaan ittin fufa.

Please support us!