SUBSTITUTE

Barruu moofaa diraa keessaa barruu haarawaan bakka buusa.

Caasima

SUBSTITUTE("Text"; "SearchText"; "NewText" [; Occurrence])

Barruun barruu kutaawwan barruu adda ta'an keessatti wal jijjiiruu qabanidha.

BarruuBarbaachi kutaa barruu adda ta'e kan bakka bu'amuu qabudha (al hedduu).

BarruuHaarawni barruu kutaa barruu adda ta'e bakka bu'uuf jirudha.

Uumamni (dirqala) uumama barruu barbaaduu kamtu akka bakka bu'amuu qabu mul'isa. Yoo ulaagaan kun hafe barruu barbaachi yeroo hunda bakka bu'ama.

Fakkeenya

=SUBSTITUTE("123123123";"3";"abc") 12abc12abc12abc deebisa.

=SUBSTITUTE("123123123";"3";"abc";2) 12312abc123 deebisa.

Please support us!