REPT

Diraa arfii lakkoofsa garagalchoota kennamaniin irra deddeebi'a.

Caasima

REPT("Barruu"; Lakkoofsa)

Barruun barruu irra deddeebi'amuu qabudha.

Lakkoofsi lakkoofsa irra deddeebbiiti.

Fakkeenya

=REPT("Akkam bultan";2) Akkam bultanAkkam bultan deebisa.

Please support us!