MID

Diraa barruu kan barruu deebisa. Ulaagaaleen iddoo jalqabaa fi lakkoofsa arfiiwwanii adda baasa.

Caasima

MID("Barruu"; Jalqaba; Lakkoofsa)

Barruun barruu arfiiwwan kasheessuu of keessatti qabata.

Jalqabni iddoo jalqaba arfii barruu kasheessuu keessa jirudha.

Lakkoofsi lakkoofsa arfiiwwanii qaama barruu keessa jiru adda baasa.

Fakkeenya

=RIGHT("Sun";2) un deebisa.

Please support us!