LEFT

Arfii jalqabaa ykn arfiiwwan barruu deebisa.

Caasima

LEFT("Text" [; Number])

Barruun barruu bakkatti jechoonni walakkaa jalqabaa murteessamuu qabanidha.

Lakkoofsi (dirqala) barruu jalqabaaf lakkoofsa arfiiwwanii adda baasa. Yoo ulaagaan kun hin ibsmne ta'e, arfiin tokko ni deebi'a.

Fakkeenya

=LEFT("firii";3) “ala” deebisa.

Please support us!