EXACT

Diraawwan barruu lama wal madaalsisee yoo isaan walfkkaatu ta'e DHUGAA kenna. Faankishiniin kun qub-suukanaawaadha.

Caasima

EXACT("Barruu1"; "Barruu2")

Barruun1 barruu jalqaba walmadaalsisuu jiru agarsiisa.

Barruun2 walmadaalsiidhaaf barruu lammaffaati.

Fakkeenya

=EXACT("Sirnootni maaykiroo Aduu";"Sirnootni maaykiroo Aduu") SOBA kenna.

Please support us!