LibreOffice 25.2 Help
Arfii jalqabaa diraa barruu keesa jiruuf lakkaddaa lakkoofsaa keenna.
CODE("Barruu")
Barruun barruu lakkaddaan arfii jalqabaa barbaadamuufii qabudha.
=CODE("Hieronymus") 72 kenna, =CODE("hieroglyphic") 104 kenna.
Lakkaddaan asitti fayyadamame ASCII hin ibsu, garuu gabatee lakkaddaa amma fe'ame agarsiisa.