CHAR

Haala gabatee lakkaddaa ammeetiin lakkoofsa gara arfiitti jijjiira. Lakkoofsichi intiijera dijiitii-lamee ykn dijiitii-sadee ta'uu danda'a.

Lakkaddaawwan 127 caalan barruuyyeessa arfii sirna keetiirratti hundaa'uu danda'a(fakkeenyaaf iso-8859-1, iso-8859-2, Windows-1252, Windows-1250), kanaaf fiduun hin danda'amu.

Caasima

CHAR(Lakkoofsa)

Lakkoofsi lakkoofsa 1 fi 255 gidduu arfiidhaaf gatii lakkaddaa bakka bu'udha.

Fakkeenya

=CHAR(100) arfii d deebisa.

="abc" & CHAR(10) & "def" arfii sarara haaraa gara diraatti saaga.

Please support us!