BAHTTEXT

Maqaawwan maallaqa Thai hammachuudhaan, lakkoofsa gara barruu Thai itti jijjiira.

Caasima

BAHTTEXT(Lakkoofsa)

Lakkoofsa is any number. "Baht"iin gara qaama integiraalii lakkoofsaatti miiltessama, fi "Satang"iin gara qaama dessimaalii lakkoofsaatti miiltessama.

Fakkeenya

=BAHTTEXT(12.65) diraa arfiiwwan Thai hiikkaa "Baht kudha lamaa fi Satang shan" qabu deebisa.

Technical information

This function is not part of the Open Document Format for Office Applications (OpenDocument) Version 1.3. Part 4: Recalculated Formula (OpenFormula) Format standard. The name space is

COM.MICROSOFT.BAHTTEXT

Please support us!