Gargaarsa Naqa

Yommuu wardii keessatti man'ee ykn hangiin man'ee filatame, ergaa agarsiisuu barbaadduu galchi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Validity - Input Help tab.


Yommuu man'een filatamuu gargaarsa naqa agarsiisi

Yommuu wardii keessatti man'ee ykn hangiin man'ee filatame,sanduuqniQabeentootaergaa galchitee agarsiisa.

Sajoo Ofegannoo

Yoo qaaqa sanduuqaQabeentoota keessa barruu galchite,itti ansuun erga filaattee booda sanduuqa mirkaneesaa haqun,barruun ni gatama.


Qabeentoota

Mataduree

Yommuu wardii keessatti man'ee ykn hangiin man'ee filatame, mataduree agarsiisuu barbaadduu galchi.

Gargaarsa Naqa

Yommuu wardii keessatti man'ee ykn hangiin man'ee filatame, ergaa agarsiisuu barbaadduu galchi.

Please support us!