Validity

Man'ee ykn dhangii man'ee filameef deetaa gitaa'aa ta'ee hiiki.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Validity.


tip

To'annoowwan kamshaalee keessa sanduuqa tarree galchuu dandeesa akkasumas sanduuqa tarree man'eetti geessi.Karaan kun karaa itti Deetaa fuulaa amalootni foddaa tarree ittiin ifteessinudha.


Ulaagaalee

man'ee(wwaan) filatamoof seera gitaa'insa ifteessi.

Gargaarsa Naqa

Yommuu wardii keessatti man'ee ykn hangiin man'ee filatame, ergaa agarsiisuu barbaadduu galchi.

Dogoggora Of eeggannoo

Defines the error message that is displayed when invalid data is entered in a cell.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Please support us!