Dirree Deetaa

Qabiyyeewwan qaaqa kanaa dirreewwan deetaa iddoo Deetaa keessaa jiranii garagara, bakka dirreewwan deetaa Tarree ykn Tarjaa qaaqa Qinxaaa keessatti argamani.

Hundamtaa xiqqaa

Hundamtaa xiqqaa shallaguu barbaadduu ifteessi.

Homaa

Hundaamtaa xiqqaa hin shallaguu.

Ofumaan

Hundaamtaa xiqqaa ofumaan shallaga.

Hiika-fayyadamaa

dirqalaalee kana fili,itti ansuun tarree keessaa akaakuu hundaamta xiqqaa shallaguu barbaadduu cuqaasi.

Fankishinii

Click the type of subtotal that you want to calculate. This option is only available if the User-defined option is selected.

Show items without data

Includes empty columns and rows in the results table.

Maqaa:

Maqaa dirree deetaa filatamee tarreessa.

Dabalaa

Qaaqa bal'isaykn xinneessa.Qaabdoon Dabala dirreewwan deetaa qofatti mul'ata.

Dirqalaalee

Opens the Data Field Options dialog. The Options button is visible for filters and column or row fields only.

Yoo qaaqni qabdoo Dabalatin babal'ate,wantootni armaan gadii qaaqatti dabalamu:

Gatii agarsiifamee

Tokkon tokkoo dirree deetaatif,akaakuu agarsiisaa filuu dandeessa. Akaakuuwwan murtaawoo ta'aniif hundee dirreee fi hundee wantaaf odeeffannoo dabalataa filuu dandeessa.

Akaakuu

Select the type of calculating of the displayed value for the data field.

Akaakuu

Gatii agarsiifamee

Baratamoo

Bu'aawwan osoo hin jijjiramiin agarsiifaman

Garaagarumma kanarraa

Bu'aa tokko tokkoo irraa, gatiin wabii isaa(kana gadi ilaali) ni hir'isama, fi garaagarummaan ni agrsiifama. Ida'amtootni hundee dirreetin alaa akka bu'aawwan duwwaatti agrsiifamu.

Wanta moggaasame

Yoo maqaan hundee wantaa ifteesstee,gatiin wabii dirree wantoota walitti makamanii firiin bakka wantii dirree hundee keessaa hundee wantaa ifta'een bakka bu'aamudha

Wanta duraanii ykn Wanta itti aanuu

Yoo "wanti duraanii" ykn "wanta itti aanuu" akka hundee wantaatti ifteessite,hundee dirree durduuba tartiiba qabsiisaa keessatti, gatiin wabii bu'aa miseensa hundee dirree kan itti anuun mul'atuti.

% tii

Tokko tokkoo firii gatii wabii isaatiin hiramaa.Gatiin wabii akkumaa "Garaagarumma kanarraa" tin tilmaamaama.Ida'amtoonni hundee dirree tiin alaa akkaa bu'aawwaan duwwaatti mul'atu.

% Garaagarumma kanarraa

Tokko tokkoo firiif, gatiin wabii isaa irra hir'isuudhaan isaa hir'aatee kana immoo gatii wabitiif hiruudha.Gatiin wabii akkumaa "Garaagarumma kanarraa" tin tilmaamaama.Ida'amtoonni hundee dirree tiin alaa akkaa bu'aawwaan duwwaatti mul'atu.

Waliigala kaasuu keessatti

Hundee dirree keessatti tokko tokkoon bu'aa ida'amaa bu'aawwaan wanta duraa irratti ida'amu, hundee dirree keessatti Durduubni Tartiiba Qabiinsaa, fi ida'aamni walii galaa agarsiifama.

Tokko tokkoon bu'aa argachuuf yoo fankishinii ida'amaa garaagaraa fayyadamuullee, bu'aawwaan yeroo hundaa ni ida'amu.

% tii tarree

Tokko tokkoon bu'aa, ida'amaa bu'aa taree gabatee qinxaa keessatiif hiramu.Yoo dirreewwan deetaa garagaraa jiraatan,walii galli dirree deetaaf ni fayyada.Yoo hunduumta xiqqa ida'amaa fankishinoota hujeekan filamee,walii galli ida'aan fankishinii dirree deetaa ammaas ni fayyada.

% tii tarjaa

Akkuma "% tii tarree"ti,garuu walii galli bu'aa tarjaa ni fayyada.

% tii walii galaa

Akkuma "% tii tarree"ti,garuu dabaltoo dunneettii bu'aa dirre deetaa ni fayyadama.

Kasaa

Dunneettiin tarjaa, tarree fi dabaltoo, akkuuma seera armaan olii hordoofun, himannoo armaan gadii shallaguuf oola.

(bu'aa kan bu'uuraa*dabaltoo duneeetti)/(tarree duneetti*tarjaa duneetti)


Dirree Deetaa

Select the field from which the respective value is taken as base for the calculation.

Wanta hundee

Select the item of the base field from which the respective value is taken as base for the calculation.

Please support us!