LibreOffice 24.2 Help
Gabateen qinxaa goolabaa guddaa deetaa kenna.Goolaba deetaa adda addaa ilaaluuf gabatee qinxaa kee sissireessuu dandeessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Data - Pivot Table.
DataPilot
Gabatee qinxaa bakkaa itti madda filtu qaaqa bana,itti aansuun gabatee kee uumi.
Gabatee qinxaa haroomsa.
Gabatee qinxaa filaatamoo haqa.
Qaaqa qinxaa
Please support us!