TooriiUfmaa

Yoo hammangan man'eewwan filatamee formulaawwan ykn wabiiwwan qabaate, LibreOfficen filatamoowwan ofumaan tooressa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Group and Outline - AutoOutline.


Fakkenyaaf, gabatee armaan gadii hubadhu:

Amajjii

Guraandhala

Bitootessa

Nuusa 1ffaa

Eebla

Caamsaa

waxabajjii

Nuusa 1ffaa

100

120

130

350

100

100

200

400


Man'eewwan nuusa tokkoffaa fi lammaffaa tokkoon tokkoo isaanii formulaa ida'ama man'eewwan sadii gara harka bitaa isaaniitti argamuu qabu.Yoo ajaja TooriiOfuman fayyadamte,gabateen nuusawwan lamatti gurmaa'a.

Toorii haquuf, gabatee fili,sana booda kanneen filiDeetaa - Gurmii fi Toorii - haqi.

Please support us!