Garee fi Toorii

Cuqaasii tokkoon gareewwan babal'isuu fi qoncoorsuuf tooroo deetaa fi tarreewwan gurmeessi fi tarjaawwan walittii uumuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Data - Group and Outline.


Garee

Defines the selected cell range as a group of rows or columns.

Garbaasi

Filatamoo garbaasa.Garee walxaxaa keessatti tarjaawwan ykn tarreewwan xumura irratti dabalaman garee keessaa ni haaqamu.

TooriiUfmaa

Yoo hammangan man'eewwan filatamee formulaawwan ykn wabiiwwan qabaate, LibreOfficen filatamoowwan ofumaan tooressa.

Haqi

Hammanga man'ee filatame irraa toorii haqa.

Baldhintaa agarsiisa

Baldhiintaa tarree gurmaa'ee ykn tarjaa qaree qabuu agarsiisa.Tarreewwan ykn tarjaawwan gurmaa'an hunda agarsiisuuf, gabatee toora'e fili,sana booda ajaja kana fili.

baldhintaa dhoksi

Baldhiintaa tarree gurmaa'ee ykn tarjaa qaree qabuu dhoksa.Tarreewwan ykn tarjaawwan gurmaa'an hunda dhoksuuf, gabatee toora'e fili,sana booda ajaja kana fili.

Please support us!