LibreOffice 7.6 Help
Hammangawwan man'ee gamteessuu barbaadde yoo moggasawwan qabaatan kkutaa kana fayyadami.Dirqalaalee kana kan filachuun si barbaachisu hammangaan gamtaa'inaa moggaasa wal fakkataa fi deetaan qindaa'e akka garagaraatin qindaa'e qofaa dha.
Deetaawwan gamtaa'an qindeessuuf moggaasawwan tarree fayyadama.
Deetaawwan gamtaa'an qindeessuuf moggaasawwan tarjaa fayyadama.
Deetaa hammanga gamtaa'inaa keessaa deetaa maddaatti kornyeessa, fi yommuu deetaan maddaa jijjiiramu ofumaan bu'aawwan gamtaa'inaa haaromsa.
Dirqalaalee dabalataa dhoksa.