Garee 1ffaa, 2ffaa, 3ffaa
Qindaa'inoota gareewwan Hundamtaa Xiqqaa hamma sadiitti ifteessi.Caancalli hundinuu teessuma walfakkaataa qabu.
Gurmeessi kanaan
Tarjaa adeemsa shallaggii hundamtaa xiqqaa to'achuu barbadduu fili.Yoo qabiyyeen tarjaa filatamee jijjiramee,hundamtaa xiqqaan ofumaan lamherreegamu.
Hundamtaa xiqqaa shallagi kanaaf
Tarjaa(wwan) hundamtaa xiqqaa barbaddu qabu fili.
Fankishinii fayyadami
Fankishinii herreegaa hundamtaa xiqqaa ittiin shallaguu barbaaddu fili.