LibreOffice 24.8 Help
Tarjaawwan filateef hundamtaa xiqqaahundamtaa xiqqaa herreega.Hammangaa moggafame keessatti LibreOfficen hundamtaa xiqqaa fii dabaltoo dunneetii ofumaan herreeguuf fankishinii SUM jedhamutti fayyadama.Akkasumas fankishinoota biraa shallaggif fayyadamuu ni dandeessa.LibreOffice n yommuu qareen naannawa kuusaa deetaa qindeessa irraa agarsiiftu LibreOffice n ofumaan addada isaan baasa.
Fakkeenyaaf, lakkada poostaa murtawoodhaf deetaa kuusaa deetaa maamila irratti hundaa'udhan gurgurtaa dimshashaa uumuu dandeessa.
iddoo filataman keessaa tarreewwan Hundamtaa Xiqqaa haqa.