Options

Filannoowwan gingilchaa dabalataa agarsiisa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - More Filters - Standard Filter... - Options label.

Choose Data - More Filters - Advanced Filter... - Options label.


Dirqalaalee

Qub-suukanaawaa

Yommu deetaan gingilchamu qubee xixiqqaa fii qubee gguddaa addabaasa.

Hammangaan moggaasa tarjaa qaba

moggaasa tarjaa hammangaa man'ee tarree tkkoffaa dabalata.

Bu'aawwan garagalchi gara

sanduuqa filannoo fili,itti aansuun hammangaa man'ee iddoo firiiwwan gingilchaa itti agarsiistu fili. Akkasumas hammangawwan moggafaman tarree keesaa filuu ni dandeessa.

Shrink / Expand

Click the Shrink icon to reduce the dialog to the size of the input field. It is then easier to mark the required reference in the sheet. The icons then automatically convert to the Expand icon. Click it to restore the dialog to its original size.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Icon shrink

Suntuuruu

Icon Expand

Expand

Himannoo idilee

Hiika gingilchaa kessatti akka turbaawwan abbaalaa fayyadamtu eeyyama. Tarree himannoowwan idilee LibreOfficen gargaaru argachuuf, here cuqaasi.

Yoo sanduuqni Himannoowwan Idileefilatame, yoo sanduuqni tarree '=' EQUAL ykn '<>' UNEQUAL tin qindaa'e himannoowwan idilee fayyadamuu danddeessa.

Sajoo Yaaddannoo

The search supports wildcards or regular expressions. With regular expressions enabled, you can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must either precede every regular expression metacharacter or operator with a "\" character, or enclose the text into \Q...\E. You can switch the automatic evaluation of wildcards or regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.


Sajoo Ofegannoo

When using functions where one or more arguments are search criteria strings that represents a regular expression, the first attempt is to convert the string criteria to numbers. For example, ".0" will convert to 0.0 and so on. If successful, the match will not be a regular expression match but a numeric match. However, when switching to a locale where the decimal separator is not the dot makes the regular expression conversion work. To force the evaluation of the regular expression instead of a numeric expression, use some expression that can not be misread as numeric, such as ".[0]" or ".\0" or "(?i).0".


Bayyisuun hinjiru

Deetaa gingilchame keessaa bayyisuu tarreewwan tokkoffaa hin dabalatu.

Ulaagaalee gingilchaa kaa'i

Sanduuqa filannootti firiwwan gargalchi fili,itti aansuun hammangaa ga'umsaa bakka deetaa gingilchame itti agarsiisuu barbaaddee ifteessi.Yoo sanduuqni kun mirkaneeffame,hammangaan ga'umsaa hammangaa maddaatti kornyatee tura.Hammangaa maddaa Deetaa - Hangii hiikaa jalaa jiran akka hammangaa kuusaa deetaatti qindeessuu qabda. Kanatti fufuun,yeroo kamiyyuu gingilchaa qindaa'e akka armaan gaditti dabaldhiyeeffachuu dandeessa: hammangaa maddaa cuqaasi,irraan Deetaa - Hangii Haaromsi fili.

Hammanga Deetaa

Hammangaa man'ee ykn maqaa hammangaa man'ee gingilchuu barbaaddee agarsiisa.

Options

Click the Options label to expand the dialog to show further options. Click again to restore the dialog.

Please support us!

Please support us!