Dirqalaalee

Moggaasota tarjaa of keessatti qabata

Hangiiwwan man'ee filatamee moggaasa of keessa qaba.

Man'eewwan haqi ykn galchi

Automatically inserts new rows and columns into the database range in your document when new records are added to the database. To manually update the database range, choose Data - Refresh Range.

Dhangeessuu kaa'i

Dhangii man'ee irraantoota kan duraan jiru fi tarree deetaa jalqabaa gara hangii hundee deetaa hundaa jirutti fayyadama.

Deetaa alaaguu ol hin ka'iin

Kuusaa deetaa qofa wabii ol kaa'a,qabeentota man'eewwanii hin dabalatu.

Madda

Oddeeffanno madda kuusaa deetaa ammee fi oggeejjiiwwan jiran kamiyyu agarsisa.

Dabala>>

Dirqalaalee dabalataa dhoksa.

Please support us!