LibreOffice 25.2 Help
Divides the current window at the top left corner of the active cell.
Foddaa sardalaan ykn sarjinaan addabaasuuf Hantuutee fayyadamuu dandeessa.Kana dalaguuf,sarara furdaa gurraacha kan qixaan kabala maraa sarjinaa olitti argamuu ykn qixaa mirgaa kabala maraa sardinaala gara foddaati harkisi.Sararri furdaa gurraachii bakka foddaan itti addaba'uu mul'isa.
Tokko tokkoon walakkaa kutaa keessatti foddaan addabaasa kabala maraa mataasa qaba;Addaadoodhaan,, kutaalee foddaa murta'aa hin marfaman.